Daniel 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani lafa Ajemi qorqorattu haga bulti diddami toko nani morkite. Jennaani Mikaelini, malaikaani guddoni toko, waan lafa Ajemi keesati koba na lakisanifi na qarqaaru d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri hamaan bulchaa mootii Faarisii guyyaa diddamii tokkoo na morme; ani Faarisiin keessatti akka hojja kiyya jiru argee maleekkota keessaa bulchaan maleekkotaa Mikaa'el na gargaaru'uuf dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressi guddichi ka mootummaa Faaresii, guyyoota diddamii tokko anaan morme; achiin duuba Mikaa'el sooressi sooressitootaa, qofi hafiisa kiyya dhaggee na qarqaariisaaf dhufe.

Recommended Reading