Daniel 10:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan takaa tana gochiti tante taatu si hubachiisu d'ufe; daayyani tunini waan taka tana himti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani wonti dhufeef waan bara dhumaa worra kee irra gayu sitti himu'uuf; kanaafuu waan kanaa achi mudhanni biraa waan uf afoo ta'u'uuf ta'u mudhisu hin jiru»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mudhiin sun marroo guyyoota gara duraa waan mudhittuuf, guyyoota muumme'eetitti waan kolbaa teeti dhaqqabu'uu jiru, si hubachiisiisaaf ani gara keeti dhufe» jedhe.