Daniel 10:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tisse abba dura ejitu fakaad'a, akami dandae sini dubbad'a? Humnaafi hafuuri na keesati inhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani tajaajilaa kee ta'ee attamitti gooftaa kiyya woliin dubbachuu danda'a? ani haga hafuura baafachuu dadhabutti guddisee dadhabe» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hunna dhabee, hafuurri na keessaa waan dhumateef, ani tajaajilaan keeti, attamiin si goottaa kiyya woliin dubbatiisa dande'a ree?» jedhe.