Daniel 10:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan nani jette, Waaqi si jaalata, insodaatini, naguma, garaa jabaad'i. Isiini dubbi suni jennaani, haga qara kaanile ira humna argad'e waan jed'eeni, Aabbo, waan jechu feetu jed'i atini yayu humna nati deebifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni «ati nama Rabbiin afo'otti jaalatamte! waan misha'atu sii ta'a; hin sodaatin! jabaadhu!» naan jedhe; hennaa inni waan kana natti hime jabaadhee «Gooftaa kiyya waan jabeenna naa kenniteef natti dubbadhu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee nama guddoo jaalatante, hin sodaatin; nageenni siif te'u; jabaadhu, jajjabaadhu» jedhe. Yennaa inni natti dubbate, ani jabaadhee, «Ee goottaa kiyya, ati waan na jabeessiteef dubbadhu» jedheen.