Daniel 10:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isiini waan nani jette, Atini waan anini siti d'ufeefi beeta? Wonti anini d'ufeefi, aka waan kitaaba d'uga keesati t'aafani siti himu. Amma anini deebie, malaika lafa Ajemi qorqorattu had'u male, eegi suni malaika lafa Griki qorqoratuti d'ufa. Nami tokoleeni ka naa kalchu injiru, malaika Israeli ta Mikaeli jed'ani male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deebi'ee akkana naan jedhe, «Ani waan gara kee dhufeef beettaa? ani wonti gara kee dhufeef waan kitaaba dhuga'aa irratti barreeffame sii ibsu'uuf; ani ammallee deebi'ee hafuura hamaa bulchaa mootii Faarisii woliin wol lola; haga ani deemeen maayessa hafuurri hamaan bulchaa mootii Giriikii hin dhufa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni anaan, «Ani maaf gara keeti akka dhufe hin beettaa? Ani ammalle sooressa guddicha Faaresii loliisaaf achi hin deebi'a; ani deemeen duuba sooressi guddichi Giriikii hin dhufa.