Daniel 10:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafi isaa aka dooqa biliqe, fuuli isa aka angaasu ifse, ilti isaa aka ibida diimatte harkaafi miili isaa aka sibiila diima bibiliqe, qonqooni isaaleeni gohanna gumi fakaatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nafti nama kanaa akka miya gatii gudda'aatitti ifa; fuulli isaa akka hangaasu'uutitti ifa; ijji isaa arraba ibiddaa fakkaata; harkaa fi lutti isaa akka sibiila diimaa haqamee qulqullaayeetitti ifa; laagaan isaa akka laagaa nama hedduutitti dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi isaa akka dhakaa, «Beerilos» jedhamuu issa; fuulli isaa akka balaqqeetti'ii calaqqisa; ilti isaa bobe'a ibiddaa fakkaatti; harkii fi miilli isaa akka sageettuu morodantee cululuqa; qoonqoon isaa akka qoonqoo kolbaa heddu'uu ti.