Daniel 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami daayya suni arge anuma ch'alla. Jari na woliini jiru kaani tokoleeni woma ingarre, ammo akanumati mudamani baqatani d'okhatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mudhata kana arge ana Daani'eelima; namoonni na woliin jiran ammo woma tokkollee hin argine; ta'ullee waan guddisanii nayaniif fiiganii dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ana Daani'el calla'attuu mudhii tana dhagge malee, worri na woliin jiru hin dhaggine; ammoo guddoo waan sodaataneef, baqatanee dhokatane.