Daniel 10:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini tae daayya suni ilaalu, akanumati koba hafe. Humna d'abe, fuulileeni na jirjirame, nami na hubachu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee mudhata nama maalalchiisu kana laala'aa hojja kiyya achitti hafe; hunna qabu maraa waan fixadheef dadhabee ture; fuulli kiyyallee hin jijjiirame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani qofii tiyya hafee mudhii guddoo tana dhagge; ani jabeenna dhabee, fuulli kiyya shankallowee, hunnalle dhabe.