Daniel 10:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo isaa d'ageennaani gagabe lafa d'ae, fuulaani lafati gombifame, artuma ch'iise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa laagaa namichaa dhagaye nayee uf wollaalee kufe; akkuma kallachaan kufeen achumatti hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba qoonqoo namichaa dhage'e; yennaa qoonqoo isaa dhage'e, rifadhee fuulaan lafatti jigee, ifi wollaale.