Daniel 11:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani hayyu lafa mirgaa duula gudda kaafte lola kurfefatti duuba duuli suni d'ufe aka lolaa worrati fach'ae, dira worraa jajaba ch'ufa had'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen dhiiraa ta mootii biyya Sooriya'aa lolaaf qophaayanii loltoota hedduu gurmeessan; isaan keessaa tokkochi akka lolaa jaba'aa hennaa dhufe waa haree fudhatuu ta'ee kushee diinaa irratti balaa buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmaan isaa mootii kibbaa loliisaaf qophowanee, loltoota bacaa wolitti hin qabatan. Isaan keessaa tokko akka lolaa bisaanii te'ee, kushee diinotaa irra hin dhangala'a.