Daniel 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan duula suni dabsate nama heddu fit'eefi koora, ammo eegi suni deebie woma indabsatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni loltoota hedduu waan booji'uuf boonee namoota kumaatamatti laakkayaman fixa; ta'ullee akka mooyateen jabaatee hin turu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti bacaan yennaa booji'ante inni hin koora; loltoota kaabaa ta kuma heddu'utti laakkowantu hin fixa; inni ammoo injifachaa saniin jabaatee hin le'u.