Daniel 11:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi lafa mirgaa deebie duula haga duri kaanile ira jiru kaasa. Gaafa guyyaani gahe, inni duula gudda muumme inqamne, ka miha lola ch'ufa qabuuni deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Sooriya'aa gara biyya ufii deebi'ee ka qaraa caalaa loltoota hedduu gurmeessa; woggaa hago'oon maayessa loltoota hidhata guutuu woliin hiriirsee dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin kaabaa ka duraa caalaa loltoota bacaa waan qopheeffatuuf, woggoota diqqo'oon duuba loltoota ifii hedduu ta meya woraanaa guutuu hidhatte fudhatee deebi'ee hin dhufa.