Daniel 11:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni lafa mirga kaani d'ufe dira jabeesani jaarani toko marse had'e qaba. Askartini lafa bita nyaapa ufiraa d'owu dad'abdi, askartini worraa jajannileeni ch'ufti humna d'aabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootiin Sooriya'aa qachattii kushee keessa jirtu takka marsee qabata; loltoonni biyya Misirii isa jala dhaabatuu hin danda'an; isaan keessaa worri jajjabaanuu isa jala dhaabatu'uuf hunna guddaa hin argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootiin kaabaa qachaa dalleenni dhaka'aa itti ijaarame tokko marsee hin qabata. Loltooti kibbaa ifi irraa dhooggatuu hin dandeettu; loltooti filamaneeyyuu, ifi irraa dhooggatiisaaf hunna hin qaabatanu.