Daniel 11:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla isaa nama d'ibi ka hojatu ufi erge biyya dabse damoosa iraa guuruti d'ufe hayyu taa, aka akanaani lafa ufi dureeti tolchu. Bulti gabaabduti hayyu suni ijeesani, ammo taatule isa gumi keesafi had'iisa keesaleti inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootiin biraa bikka isaa mooya; mootiin kun ulfinna mootummaa ufii eeggachu'uuf jedhee nama gibira gabbarsiisu tokko muuda; ta'ullee mootii san hennaa hago'oon maayessa hin ajjeesan; inni ka du'u sababaa banii dhibe yookaan waan lolli itti ka'eefii miti» jedha'aa dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin addee isaa bu'u, ulfinna mootummaa ifii eegisiisaaf nama gibira guuru hin erga; te'uu malee woggaa diqqo'oon duuba aarii kolba'aatiin yookiin woraanaan adoo hin te'in, mootichi sun hin du'a.