Daniel 11:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle malaikaani waan jette: Fulla isaa namicha hama toko ka huji sunii immaliniti hayyu taha; ammo inni tassa d'ufe kara sobaatini guddinna suni fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichi naa hiika'aa ture akkana jedhe, «Isaan maayessa namni tuffatamaan tokko hin mooya; ufii ammo ulfinni mootumma'aa hin kennamneef; inni dimmaa dhufee dharaan baallii mootummaa isaa qabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan duuba nami tuffatamaan tokko hin ka'a; ulfinni mootumma'aa isaaf hin kennamu; adoo kolbaan dedhuma jirtuu, malaan dhufee sobiisaan mootummaa hin qabata.