Daniel 11:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa d'ibi sobe, akasiini goli woli tahani, ammalle ato inni gosa diqo mohatele kara sunini guddo jabaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dharaan wolii galtee nagayaa taasisa'aa kaawwan soba; worri isa duukaa bu'an yoma hagoollee ta'an jabaata'aa deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan biyya adda addaa hedduun isaa woliin wolii galan; inni ammoo isaan hin soba; hunna guddoo hin qabaata; ammoo kolbaa diqqo'otti isa qarqaara.