Daniel 11:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni tassa d'ufe, lafa dureeti had'e, waan ababooti isaa takaa intolchini tolcha. Duuba waan lola keesati boojie ch'ufa jara isaatini gargari qoodata. Inni mala d'aate dira jajaba had'a, ammo guyyaani isa ingababata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kutaa biyya biraa ka guddisee duroome dimmaa isaan qabata; waan abboota isaa ta durii keessaa namni tokkollee hin goone maraa godha; meesha'aa fi qabeenna lolaan booji'ee fudhate maraa loltoota ufiitii qooda; kusheewwan irratti balaa buusu'uuf karoorfata; ammo hennaa hago'oof.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaan lafa bisilee keessaa dedhuma adoo jirtuu, hin lola; waan abbootiin isaa ta durii hin godhin hin godha. Inni meyaa fi karra booji'e mara worra isa gula deemuuf hin qooda; kushee jissiisaaf mala dhowa; ammoo yennaa diqqoo qofaaf isaaf teeti.