Daniel 11:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni garaa jabaate duula gudda kaase hayyu lafa bitaa had'a. Hayyuuni lafa sunileeni kurfefate, duula jaba toko kaase isale had'a; ammo ha taatu inni maro mala iti d'awatanifi dandae indabsatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hunna lolaa guddaa ijaaree uggiiti'iin mootii biyya Misiriititti duula; mootiin biyya Misiriillee gara ufiitiin hunna lolaa guddaa qopheeffatee ka gara isaa dhaqe uf irraa dhoogga; garuu mootii biyya Misirii waan seeraniif isaa hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni loltoota guddoo qopheeffatee, mootii kibbaa loliisaaf hunnaa fi jabeenna ifii hin kakkaasa; mootiin kibbaalle loltoota baca'aa fi jajjadduu hin qopheeffata; isaan isa irratti mala waan dhowaneef, inni ammoo ifi irraa dhooggatuu hin dande'u.