Daniel 11:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namuma isaa woliini golofataniti isa balleese, duula isaa nama heddu hobaasani dabsatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri jaalalloon isaa ka isatti dhiyaatanii isa woliin nyaatan isa balleessan; loltoonni isaa hin badan; loltoonni hedduu lolaan du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isaa woliin nyaatuuyyu isa balleessiisaaf hin wodhaanan; loltooti isaa hin haxowaman; hedduun isaaniille hin du'an.