Daniel 11:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyoota taani lamaani ta garaani worraa wolballeesu fed'u, mesa takaa ira woliini teteete wolti kiyyibdi. Ammo waan tahu fed'ani inargatani, wonti akanatiifi guyyaani wonti sunini taatu ingeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootonni lachuu akkuma garaa ufiititti dhara yaadanii qabataniin woliin nyaatu'uuf hulee tokko taa'an; namni tokko nama biraa sobu'uuf dubbii sobaa wolitti himan; ta'ullee hennaan murtaaye sun waan turuuf akka yaadan isaanii hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi lamaanuu gadhaa ifii keessatti hammeenna qabatanee, qorii takka'atti nyaatiisaaf hin tee'an; wolille hin soban; muummee isaaniitiif yennaan Waaqi murteesse waan hin geyiniif ammoo, isaaniif hin teetu.