Daniel 11:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi lafa mirgaa ka wold'aqisa Waaqa qulqullo balleesu fed'u, waan boojie ch'ufaani galata. Inni waan fed'u tolche, duuba lafa ufiti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Sooriya'aa qabeenna booji'e maraa qabatee deebi'a; garaan isaa ammo waadaa woyyoome balleessa; inni waan barbaade maraa haga godheen maayessa gara biyya ufii deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi kaabaa karra booji'e fudhatee, gara biyya ifii hin deebi'a; yaad isaa ammoo gondooroo woyyittii balleessiisa; waan fedhe godheen duuba gara biyya ifii hin deebi'a.