Daniel 11:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni inni ammalle lafa bitaa suni d'ufe had'a, ammo marooni tunini aka d'ibi taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa hago'oon maayessa biyya Misirii marsa; ta'ullee akka duraa isaa hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa murtootetti mootichi kaabaa deebi'ee mootii kibbaa hin lola; te'uu malee akka yennaa duraa isaaf hin teetu.