Daniel 11:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege hayyichi jabaani toko d'ufe, lafa ballo guddo mohate waan fed'u taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootiin lolaan jabaate tokko hin mooya; bulchiinsi mootummaa isaa hin guddata waan barbaade maraa hin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba mootichi jabaan lola jaalatu, ka hunnaan bulchuu fi ka waan fedhe godhu tokko hin ka'a.