Daniel 11:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini isaa hagi toko d'ufte Mana Waaqa t'ureesite, sorio guyya ch'ufa baasani d'owarte waan hamtu nama rifachiisa kaani old'aabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni mana woyyu'u fi naannaya san hin batteessan; ciincaan hennaa maraa dhiyaatu akka hin dhiyaanne godhan; isaan waan battii nama jibbisiisu godha'aa badii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti isaa Galmaa Waaqaatii fi dalleya Galma Waaqaa batteesane. Isaan ciincaa guyyaa guyya'aan dhikaatulle akka hafu godhanee, farra badi'ii hin dhaaban.