Daniel 11:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara sobaatini hayyichi worra wold'aqisa ch'abse suni gama ufi deebisa, ammo worri Waaqa beekhu garaa jabaate isa dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi worra armaan dura waadaa Rabbii ganan maraa soba'aa gargaarsa isaan irraa argata; namoonni Rabbiin akka barbaachisutti beekan ammo jabaatanii mooticha jabeessanii morman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra gondooroo lakkise sossobiisaan qarqaarsa irraa dhaggata. Kolbaan Waaqaa ifii beettu ammoo, jabaattee isa mormiti.