Daniel 11:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarole qalbi qabdu suni haga toko infit'ani, aka akasiini gumi taani qulqulleesani aabo d'owani. Wonti kunini haga muummeeni Waaqi kurfeese d'uftuti halkani guyya inuma taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeeyyii keessaa namoota garii rakkoo gudda'atu isaan irra gaya; ta'ullee sababaa kanaaf gingilfamanii qulqullaayanii worra mudaa hin qabne ta'an; wonti kun ka akkanatti turu hennaan dhumaa ka Rabbi karoorse haga raawwatuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga yennaan Waaqi murteesse geettutti, akka isaan dhimbiibamanu, akka qulluu te'anuu fi qulqulloomanu, qaroolee san keessaa worri diqqaan hin ijjeefama.