Daniel 11:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi suni waaqa ababooti isaa kad'atufi waaqa nad'eeni jaalatule yalabaha. Inni waaqa tokole womatu indaru, wonti akanatiifi inni waan waaqa ch'ufa ira jiru ufi seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi waaqolee abboota ufii ta durii hin diqqeessa; waaqolee dubartoonni jaalatanillee hin tuffata; inni akka waan waan maraa caaluutitti waan uf laakkayuuf waaqolee marattuu lash jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waaqota abbootii ifii ta duriitiif yookiin waaqota dubartooti jaalattuuf ulfinna hin kennu; inni ka mara caalu waan ifi seyuuf waaqota dhibii tokkolle'eef ulfinna hin kennu.