Daniel 11:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waaqi inni guddisu waaqa maneeni jajabdu qorqoratu. Inni waaqa taka ababooti isaa inkad'atiini, worqifi qarsifi d'akhaye ch'uch'ulut'ufi waan dadansa d'ibile ch'ufa baasafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin caalaa waaqolee ormaa ka kushee eegan kabajja; Waaqa armaan dura abboota isaa biratti hin beekkamnee worqii, meetii, faaya gara garaa, dhagaa gatii gudda'aatii fi kennaa gara garaa ka gatii mi'a'aa dhiyeessa'aa kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee isaanii, waaqa, ‹Kushee eega› jedhamuuf ulfinna hin kenna; waaqa abbootiin isaa ta durii hin beenne tokkoof, worqi'ii fi meetii, dhakaa gatii guddo'ootii fi kennansa gatii guddo'oo kenniisaan ulfinna hin kenna.