Daniel 11:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle jara waaqa d'ibi kad'atu yaame, maneeni jajabdu tana qorqorad'a jed'aani. Inni nama isaa saalfatu guddinna gudda kenne nama heddu mohachise lafale kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kushee isaa eegan namoota Waaqa ormaa waaqeffatan ramada; worra bulchiinsa isaa beekan maraafuu ulfinna guddaa kenna'aa banii irratti isaan muuda; worra jasaa isaa ta'anii ristii qooda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa waaqa orma waaqonfatuun kushee diinaa ta kushee mara caalaa jaddu'uu hin lola; worra akka bulcha'aatitti isa fudhatuuf ulfinna gudda hin kenna; kolbaa dhibii hedduu irratti bulchitoota isaan hin godha; galata isaan isaaf godhaneef, lafa isaaniif hin qooda.