Daniel 11:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa gabbole had'e nama kuma heddule hobaasa, ammo lafti Edomutifi ta Moabutifi lafti Hamoni hagi toko duraa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya abdi'ii ta bareeddullee hin marsa; biyyoonni hedduu isa jala ta'an; garuu biyyi Eedoomii, biyyi Moo'aabiitii fi biyyi Amoonii marfama san jalaa dheessanii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafa Israa'elii bisiltuulle hin lola; biyya hedduulle hin injifata; Edoom, Mo'aabii fi sooreyyiin Amoonii ammoo, harka isaa jalaa hin miliqan.