Daniel 11:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qonqooni mirgaafi ilaboruti d'ufte isa mudamsiifte, inni aka hama dallane, d'aqe, nama heddu had'e fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa oduun baya biiftu'uutii dhufuu fi ka gara kaabaatii dhufu isa naasisa; inni guddisee lolee namoota baay'ee fixee isaan dhabamsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduun gara aduun baatuu fi gara kaabaa irraa dhuttu ammoo mootii kaabaa hin sodaachitti; inni kolbaa hedduu balleessiisaaf aarii guddo'oon hin baya.