Daniel 11:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waaro isaa ta hayyule jiddu baariinitifi gaara Mani Waaqa iraa eju d'ad'aaba. Ammo taatule inni ka wahela inqamne qofuma dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hulee mishaa galaanaa fi tulluu mana woyyuu jidduu jiru irratti daasee guddaa mootumma'aa dhaaba; wonti kunniin maruu ta'ee dhuma irratti inninuu hin bada; ka isa gargaaru hin argatu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaaya'aa fi gaara woyyicha dansaa wodhakka'atti dunkaanota mootummaa ifii hin dhaabbata; muummee irratti inni hin du'a; nami tokkolle isa hin qarqaaru» jedhe.