Daniel 11:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni lafa bitaa jaba taha, ammo jari isaa gugurdaani nami toko isale ch'aale lafa ta isale ira guddole mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Misirii ka gara kibbaa guddisee jabaata; ta'ullee bulchoota loltoota isaa keessaa tokko isa caalaa jabaatee mootii guddisee jaba'aatii bulchaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootichi kibbaa hin jabaata; abbootii duulaa isaa keessa ammoo, tokko isa caalaa jabaatee hin bulcha; mootummaan isaalle mootummaa guddoo hin teeti.