Daniel 12:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni qulqullae aabo womatu d'aba, ammo namnami hamamani woma inhubatu, hameennuma sunini taa; ammo nama qalbi qabu ch'allaati hubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduu gingilfamanii qulqullaayanii bayanii worra mudaa hin qabne ta'an; worri hammeeyyiin ammo womaa waan hin qaabanneef hammeenna irratti hammeenna eda'a'aa deeman; worri dandeettii waa hubatu'uu qabaatan ogeeyyii calla'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hedduun qulluu te'anee, qulqulloomanee hin dhimbiibaman; worri hamooleen ammoo hammeenna irratti hammeenna hujan. Worra hamoolee keessaa tokkolle ka woy hubatu hin jiru; worri qarooleen ammoo hin hubatan.