Daniel 12:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma gaafa sorio guyya ch'ufa baasani balleesani, yokhaani haguma gaafa waan hamtu nama rifachiisa kaani old'aabani, guyya kuma tokotifi d'ibba lamafi sagaltamati dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ciincaan hennaa maraa dhiyaatu akka addaan citee battummaan badi'ii badaan raawwatamu godhame irraa jalqabee guyyoota kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi sagaltamatu lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ciincaa guyyaa guyya'aan dhikaatu akka hafu godhanee, farri badi'iille akka dhaabantu haga godhaneen jalqabee, guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaaf sagaltam hin dabara.