Daniel 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni ka qara due inkaa: ka gari jireenna ind'umanne argata, ammo ka gari ch'eera ind'umanne argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri du'anii lafa jala jiran maruu hin ka'an; isaan keessaa gariin yoo gara jireenna bara baraa seenan gariin gara saalaa fi salphinna baraa haga bara baraa ergaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hedduun du'ee awwaalameeru, gariin jiruu bara baraatiif, gariin salphinna bara baraatiif hin ka'an.