Daniel 12:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni qalbi qabdu aka gubbani bilit'u bibilit'i; jari nama heddu d'uga barsiisuleeni akuma urji haga jiru jireenna ifsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san ogeeyyiin akka ifa sami'iititti ifan; worri namoota hedduu barsiisa'aa karaa hamaa irraa gara hujii misha'aa deebisan maruu akka urjii sami'ii baraa haga bara baraa ifan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qarooleen akka ifa gubba'aa hin ifan; worri worra hedduu gara balchumma'aa deebise haga bara baraa akka urji'ii hin ifan.