Daniel 12:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra suni nami toko d'ufe, malaika gara bisaani gadi d'ufanifi ejitu taanini waan jed'e, Wonti mama kunini yoomi guutamti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa tokko uffata diimaa dhiilgee haphii uffatee maleekkaa qaccee lagaa gubaa dhaabateeruun «wonti nama maalalchiisu kun raawwatu'uuf hagam tura? jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa tokkochi ka woyaa quncee talba'aa irraa hujante uffatee, bisaan lagaatiin gubbaa dhaabbateeruun, «Wonni maade'ee kun yoom muummotti?» jedhe.