Daniel 12:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan isiini jettu ind'agaye male ammo inhubanne. Tanaafi anini isii gaafad'e, Aabbo, dubbini tunini akami buufatti? jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan maleekkaan dubbate maraa hin dhagaye; ammo naa hin galle; kanaafuu «Gooftaa kiyya! bu'aan waan dhuma maraatuu maal ta'inna?» jedhee isa gaafadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan inni jedhe dhage'e; ammoo hin hubanne. Tanaaf, «Ee, Goottaa kiyya, wonni kun marti teeteen duuba maanti te'a ree?» jedhee gaafadhe.