Daniel 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi suni irati hayyichi aka male dallane, Jara qaqaro Babiloni ch'ufa fit'a jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootichi guddisee aaree lolee ogeeyyiin Baabilooniin keessa jiran maruu akka ajjeefaman ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin tun waan mooticha aarsitee bobeessiteef, inni qarooleen biyya Baabilonii marti akka ijjeefamanu ajaje.