Daniel 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni Danielini gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Ee hayyicha, diqo toko naa eegi, duuba deebie waan oobju suni siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daani'eel yoma san mooticha bira ol seenee eebjuu hiiku'uuf akka inni hennaa isaa kennu isa kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daani'el gara mootichaa ol seenee, oojjuu isaa hiikiisaaf akka mootichi yennaa isaaf kennu gaafate.