Daniel 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, D'iiro, Waaqa gubba kad'ad'a, aka inni nuu nahe, waan nu imbeenne kana nuti himu, aka akasiini nuufi jara Babiloni kaani woliini inhobaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isaan worra ogeeyyii Baabiloonii woliin akka hin ajjeefamne Waandhi Sami'ii akka isaanii araaramuu fi dhossaa maraa akka isaanii ibsu akka isa kadhatan isaan qaabsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
marroo dhossaa dubbii tanaatiifille, innii fi jaaloti isaa qaroolee biyya Baabilonii woliin akka hin banneef, Waaqa ol-gubba'aa irraa marartii akka gaafatanu itti hime.