Daniel 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa qaroomafi jabeenna qabu haga jiru jireenna ha faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaanii fi hunnillee ka isaa waan ta'eef Rabbii baraa haga bara baraa galanni haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qarumma'aa fi hunni ta isaa waan teeteef, maqaan Waaqaa haga bara baraa leellifamuu ti!