Daniel 2:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barafi wogaale ch'ufa isumati harkaa qaba; hayyule isumati barch'uma ira teesise, ammalle iraa buusa; nami qaroomafi hubacha namaa kennu isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni henna'aa fi ji'oota wol jijjiira; mootota teessoo isaanii irra kaaya; teessoo ulfinnaa irraallee hin buusa; ogummaa ogeeyyi'ii, beekkumsa worra waa hubatuu isatu kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yenna'aa fi bara hin jijjiira; mootota mootummaa irraa hin buusa; hin mootonsalle'e; worra qaroolle'eef qarummaa, worra hubatuuf beekkumsa ka kennu isa.