Daniel 2:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan d'ossani, ka nami imbeenne ch'ufa immullisa; waan dukana keesati d'ossani ch'ufa imbeekha; ifsalee isumati qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan dhossaa keessi fago'ootii fi waan dhokate maraa hin mudhisa; hennaa maraa isa bira ifti waan jiruuf, waan dukkana keessatti dhokate maraa hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan qilee keessaatii fi waan dhokateeru hin mudhisa; inni waan dukkana keessa jiru hin beeka; ifille isa woliin le'a.