Daniel 2:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si faarseti si guddisa, ee Waaqa ababoota tiyya; atini yayu qaroomafi jabeenna naa kennite kad'acha tiyyale d'ageete, waan nu hayyuti himnu nu garsiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa abboota tiyya ta durii! galanni si haa gawu; si kabajja; Ati ogumma'aa fi hunna naa kenniteerta; ee, ati kadhaa keenna nuu dhageettee eebjuu mootichaa nuu ibsiteerta» jedhee galatoonfate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa abbootii tiyyaa, ati qarumma'aa fi hunna waan naaf kenniteef, waan nuuti si gaafannelle waan natti beessitteef, waan mootichi beekiisaaf rakkatelle natti waan beessitteef, ani si galateeffadha; si leellifadhalle'e» jedhe.