Daniel 2:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Danielini gara Arioko, namicha huji fit'aansa worra qaqaro Babiloni hayyuuni iti kenne kaani d'aqe waan jed'eeni, Jara suni infit'ini; gara hayyu na geesi, anini oobju isaa iti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daani'eel gara Aariyookii ogeeyyii Baabiloonii akka ajjeesuuf mootichi ajaja itti kenne bira dhaqee «Ogeeyyii Baabiloonii hin ajjeesin, bikka san gara mootichaa na fidi; ani hiikkaa eebju'uu itti himaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daani'el gara Ariiyokii ka mootichi qaroolee Baabilon akka balleessuuf ajajee dhaqee, «Qaroolee Baabilonii hin balleessin; gara mootichaa na geessi; anille mootichaaf oojjuu isaa hin hiika» jedhe.