Daniel 2:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan Danieli, ka maqaani d'ibiini Belteshazatini jed'e, Atini waan anini oobjad'eefi, waan oobjuuni tiyya d'ooftu naati himu indandeeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee Daani'eelii Bilxaasoor jedhamuun «Eebjuu ani eebjodhe hiikkaa isaa woliin natti himuu dandeettaa?» jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daani'elii «Belxishaazaar» jedhamee moggaafameen, «Ati oojjuu ani oojjadhee fi hiikkaa isi'ii natti himuu dandeettaa?» jedhe.