Daniel 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Oobjuuni anini oobjad'e sunini guddo herega natiini d'ufte, waan isii beekhu fed'a, nati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, «Ani waan eebjuu eebjodhee, eebjuun eebjodhe sun maal akka ta'e haga beekutti guddisee hucuucameera» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni isaaniin, «Ani oojjuu oojjadhee, hiikkaan oojjuu tanaa beekiisaaf guddoo rakkadheera» jedhe.