Daniel 2:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti waan d'ossani kana mullisanifi, waan; anini nama ch'ufa ira qarooma qabuniti, ammo, ee hayyicha, atini waan oobjuuni tante d'ooftu baratte herega siti d'ufale hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti dhossa'aa kun ka natti mudhateef namoota kaawwan irra waan ani ogeessa ta'eefii miti; akka ati hiikkaa eebjuu keetii beettuu fi yaada sammuu kee keessatti dhudhuma'aa turte akka hubatuu dandeettuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni mudhiin tun natti mudhateef, waan ani nama duudii caalaa qarummaa qabadheef moti; ammoo hiikkaa oojjuu sanii akka ati beettuu fi yaadaa qalbii teetitti itti rakkate san, akka hubatuuf natti mudhatte.